Iji keenya faayidaa guddaa akka nuuf qabu beekna malee akkaataan hojiisaa baayyee walxaxaa ta'uu namni hundi hin hubatu. Seelota ifa simachuun akka waa arguu dandeenyutti odeeffannoo oomishan ...